Gerador de Música AI Gerador de Letras Preços Minhas Músicas

Jaalallee

Song generated By ✨Song.do

Song Cover
v1

@ Gena Hussein

2026-07-11 00:29:50

Letras

Siin leellisa yaa intalaa booni boon
Beek singittuu Takkaan
Taatee bareedduu callaa booni boon
Hin miidhayda dhugaan

booni booni booni booni boon
Hin qabdu waan qaanffattuun
Booni booni booni booni booni
Seeqi mee kofliin ilkaan

Kuftee dhaba kee hardhaa of gattee garaa
Bor keef hamilee hin dhabiin


Sifaarsa an
Ol jedhi mormaa hin cabin booni boon
Naa ifta urjiis daran Mk
Sifaarsa an hin bareeda kee muldhiin
sosossoos ittiin sirbi naan wojjiin

toltee iftee muuldhattaa
Ol jedhi morma hin cabin booni boon
Jaalaala tee hawwee namuu
Beelahaa sidheebbottaa

Magaala qaldhoo shoolee shoolee
Tan muldhii soonssaa fakkeenya biliillee
Tan ija kuulaa diimtuu geettuu
bilchoo mandariinaa
kamtuu sin kajeellee

Bareedduu oroomoo booni boon
Abdadhu of keen
sin gittu tamtuu siin hin qiixxooftu
Dhabaan of hin dhabiin booni boon
Osoo akka dhabaa bilillee mahabuubaa boontee naaf si hin boonsituu


Ź

Booni of keen hinqaanfatiin
Bareedde dhugaati uumamaan faayamtee
Booni of keen hinqaanfatiin
Eessati argamti bareedduun akka tee

Toltee Caalte dubran urjii daran
situu ifee muuldhataa
Kanaaf hawwe namuu fagoo dhormee
Jaalala tee dheebbotaa


##🌷🌷
Bareedduu magaala shoolee
tan hojja qaldhoo muldhii soonssaa
Maahbuubaa biliilllee
Didiimtuu iftuu ijjan kuullee
Naaf uume faayee kuulee rabbiin
Haadu'in dharraan nam bir laalee
###🌷
sabboonttuu tooo beeek Qaaliidha at
Qaaliidha at uumani sikuulee
Fakkaattuun teee meet giiftiidha at giiftiidha at martuu sima fiilee
Booni hin bareedda waan kee
rabbi kuulee
Muldhatti sirraa
Mahbuubaa biliilleee
Booni mi'aaye waan meee
Uumaan tolee
Gorore namuu
Dhandhamuu kajeelee

Sicaaltun maraa (bareedde daran)
Uumamni uumamni sikuulee(siqaal

Dubran oromoo boon of keen
Tamtuu sin gittu tamtuu singiittuu
Toltuu akka urjiitti fagoo
maraa hawwattuu maraa hawwattu
Boon Iftee daran iftuu daran
ji'a goobanaa fakkaa


****--*
Booni of keen hinqaanfatiin
Bareedde ati uumamaan faayamtee
Booni of keen hinqaanfatiin
Eessati argamti bareedduun akka tee

Toltee Caalte dubran urjii daran
situu ifee muuldhataa
Kanaaf hawwe namuu fagoo dhormee
Jaalala tee dheebbotaa

Bareedduu Magaallan shoolee
yaa faya bifaan maraa hawwatu
Uurgaa akka bunaa
Si'iifttuun Diimtuu ijjan kuullee
Tooti Tan mi'aan dammarra caaltu
tan dhama biilchoo mandariinaaa

sabboonttuu tooo beeek Qaaliidha at
Qaaliidha at uumani sikuulee
Fakkaattuun teee meet giiftiidha at giiftiidha at martuu sima fiilee
Booni hin bareedda waan kee
rabbi kuulee
Muldhatti sirraa
Mahbuubaa biliilleee
Maraa ,mi'eesse waan kee
Qaalee rabbiin
Booni hi qaanffatiin
Situ mara caaalee

Dubran oromoo boon of keen
Tamtuu sin gittu tamtuu singiittuu
Toltuu akka urjiitti fagoo
maraa hawwattuu maraa hawwattu
Boon Iftee daran iftuu daran
ji'a goobanaa fakkaattu

Estilo de Música

Dancehall Reggaeton mix dubstap tempo 97 with Ethiopia Melody vocals